caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah At-Tawba, Verse 77

Medina · revelation order 113 · 9:77

فَأَعْقَبَهُمْ نِفَاقًا فِى قُلُوبِهِمْ إِلَىٰ يَوْمِ يَلْقَوْنَهُۥ بِمَآ أَخْلَفُوا۟ ٱللَّهَ مَا وَعَدُوهُ وَبِمَا كَانُوا۟ يَكْذِبُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborMunaafiqummaa onnee isaanii keessatti isaan dhaalchise, hanga guyyaa Isaan wal qunnamaniitti. waan Rabbiin waadaa isaa faallessaniifi waan sobaa turaniif.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70