يُرِيدُونَ أَن يُطْفِـُٔوا۟ نُورَ ٱللَّهِ بِأَفْوَٰهِهِمْ وَيَأْبَى ٱللَّهُ إِلَّآ أَن يُتِمَّ نُورَهُۥ وَلَوْ كَرِهَ ٱلْكَٰفِرُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborIsaan (kaafiroonni) ifaa Rabbii afaanoowwan isaaniitiin dhaamsuu fedhu, Rabbiin ifaa Isaa guutuu malee (fedhii isaanii) ni dida, Oduma kaafirtoonni jibbanuu.