caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah At-Tawba, Verse 30

Medina · revelation order 113 · 9:30

وَقَالَتِ ٱلْيَهُودُ عُزَيْرٌ ٱبْنُ ٱللَّهِ وَقَالَتِ ٱلنَّصَٰرَى ٱلْمَسِيحُ ٱبْنُ ٱللَّهِ ذَٰلِكَ قَوْلُهُم بِأَفْوَٰهِهِمْ يُضَٰهِـُٔونَ قَوْلَ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ مِن قَبْلُ قَٰتَلَهُمُ ٱللَّهُ أَنَّىٰ يُؤْفَكُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborYahuudonni “Uzayr ilma Rabbiiti” jedhan. Kiristaanonni “Masiih ilma Rabbiiti” jedhan. Kun jecha isaanii kanuma afaanoowwan isaaniiti. Jecha isaan duraan kafaraniitti ni fakkeessu. Rabbi isaan haa abaaru, akkamitti (dhugaa irraa) garagalu!
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70