لَّقَد تَّابَ ٱللَّهُ عَلَى ٱلنَّبِىِّ وَٱلْمُهَٰجِرِينَ وَٱلْأَنصَارِ ٱلَّذِينَ ٱتَّبَعُوهُ فِى سَاعَةِ ٱلْعُسْرَةِ مِنۢ بَعْدِ مَا كَادَ يَزِيغُ قُلُوبُ فَرِيقٍ مِّنْهُمْ ثُمَّ تَابَ عَلَيْهِمْ إِنَّهُۥ بِهِمْ رَءُوفٌ رَّحِيمٌ
Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti Rabbiin nabiyyicha, muhaajirootaafi ansaarota itti araarame. warra yerottii rakkoo keessa isa hordofan, erga onneen garee isaan irraa ta’anii jallachuutti dhihaatee booda. Sana booda Rabbiin tawbaa isaanii qeebaleera, inni isaaniif mararfataa rahmata godhaadha.