caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Anfaal, Verse 71

Medina · revelation order 88 · 8:71

وَإِن يُرِيدُوا۟ خِيَانَتَكَ فَقَدْ خَانُوا۟ ٱللَّهَ مِن قَبْلُ فَأَمْكَنَ مِنْهُمْ وَٱللَّهُ عَلِيمٌ حَكِيمٌ

Oromo Translation - Gali AbaborYoo isaan si ganuu fedhan, dhugumatti kana duras Rabbiin gananii jiru; isaan irraa (ajjeesuufi booji’uun) (siif) mijjeessee jira, Rabbiin beekaa, ogeessa.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70