caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Anfaal, Verse 56

Medina · revelation order 88 · 8:56

ٱلَّذِينَ عَٰهَدتَّ مِنْهُمْ ثُمَّ يَنقُضُونَ عَهْدَهُمْ فِى كُلِّ مَرَّةٍ وَهُمْ لَا يَتَّقُونَ

Oromo Translation - Gali Ababor(Isaan) warra ati waadaa isaan irraa fuutee, yeroo (waadaa seenan) hunda ahdii isaanii nidiigan, isaan Rabbiin hin sodaatan.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70