caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Anfaal, Verse 47

Medina · revelation order 88 · 8:47

وَلَا تَكُونُوا۟ كَٱلَّذِينَ خَرَجُوا۟ مِن دِيَٰرِهِم بَطَرًا وَرِئَآءَ ٱلنَّاسِ وَيَصُدُّونَ عَن سَبِيلِ ٱللَّهِ وَٱللَّهُ بِمَا يَعْمَلُونَ مُحِيطٌ

Oromo Translation - Gali AbaborAkka isaan manneen isaanii irraa bahanii hin ta’inaa boonaa, namootatti argisiifataa. kan karaa Rabbii irraa (namoota) dhorgan, (hiintahinaa). Rabbiin waan isaan dalaganitti marsaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70