كَأَنَّهُمْ حُمُرٌ مُّسْتَنفِرَةٌ Oromo Translation - Gali Ababor(Yeroo akeekkachiisa Rabbii irraa dheessan) akka harree diidoo dammaqanii (gugatanii) fakkaatu.