caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-A'raaf, Verse 70

Mecca · revelation order 39 · 7:70

قَالُوٓا۟ أَجِئْتَنَا لِنَعْبُدَ ٱللَّهَ وَحْدَهُۥ وَنَذَرَ مَا كَانَ يَعْبُدُ ءَابَآؤُنَا فَأْتِنَا بِمَا تَعِدُنَآ إِن كُنتَ مِنَ ٱلصَّٰدِقِينَ

Oromo Translation - Gali Ababornijedhan "sila nutti dhuftee Akka nuti Rabbiin tokkicha Isaa gabbarruufi, wantoota abbootiin keenya gabbaraa turanakka dhiifnuuf?waan ittiin nu sodaachiftu san nutti fidi Yoo warra dhugaa dubbatu irraa taateef "
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70