caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-A'raaf, Verse 61

Mecca · revelation order 39 · 7:61

قَالَ يَٰقَوْمِ لَيْسَ بِى ضَلَٰلَةٌ وَلَٰكِنِّى رَسُولٌ مِّن رَّبِّ ٱلْعَٰلَمِينَ

Oromo Translation - Gali Ababor(Nuuhis) ni jedhe: "Yaa ummata kiyya! Ani jallinni homaatuu natti hin jiru, Garuu ani ergamaa Gooftaa aalamaa irraa ta’eedha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70