caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-A'raaf, Verse 41

Mecca · revelation order 39 · 7:41

لَهُم مِّن جَهَنَّمَ مِهَادٌ وَمِن فَوْقِهِمْ غَوَاشٍ وَكَذَٰلِكَ نَجْزِى ٱلظَّٰلِمِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaaniif Jahannam irraa firaashiitu jira, gubbaa isaaniitii immoo haguuggiitu (jira). Akka kanatti miidhaa raawwattoota (adabaan) galata galchina..
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70