caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-A'raaf, Verse 3

Mecca · revelation order 39 · 7:3

ٱتَّبِعُوا۟ مَآ أُنزِلَ إِلَيْكُم مِّن رَّبِّكُمْ وَلَا تَتَّبِعُوا۟ مِن دُونِهِۦٓ أَوْلِيَآءَ قَلِيلًا مَّا تَذَكَّرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborWaan Gooftaa keessan irraa gara keessanitti buufame hordofaa, Jaalalleewwan (biraa) isaa gaditti hin hordofinaa, Xiqqoo qofa gorfamtu
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70