caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-A'raaf, Verse 162

Mecca · revelation order 39 · 7:162

فَبَدَّلَ ٱلَّذِينَ ظَلَمُوا۟ مِنْهُمْ قَوْلًا غَيْرَ ٱلَّذِى قِيلَ لَهُمْ فَأَرْسَلْنَا عَلَيْهِمْ رِجْزًا مِّنَ ٱلسَّمَآءِ بِمَا كَانُوا۟ يَظْلِمُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan irraa warri miidhaa hojjatan jecha isaanin jedhameen ala isa biraa jijjiiran,azaaba samii irraa isaan irratti ergine Waan miidhaa hojjataa turaniif jecha.{1}
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70