caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-A'raaf, Verse 123

Mecca · revelation order 39 · 7:123

قَالَ فِرْعَوْنُ ءَامَنتُم بِهِۦ قَبْلَ أَنْ ءَاذَنَ لَكُمْ إِنَّ هَٰذَا لَمَكْرٌ مَّكَرْتُمُوهُ فِى ٱلْمَدِينَةِ لِتُخْرِجُوا۟ مِنْهَآ أَهْلَهَا فَسَوْفَ تَعْلَمُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborFir’awnis ni jedhe: "odoo ani isiniif hin hayyamin isatti amantuu? Dhugumatti, kun tooftaa isin magaalattii keessatti mari’attaniidha jiraattota ishee isii irraa baasuuf jecha. Fuulduratti beekuuf jiraattu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70