caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Jumu'a, Verse 10

Medina · revelation order 110 · 62:10

فَإِذَا قُضِيَتِ ٱلصَّلَوٰةُ فَٱنتَشِرُوا۟ فِى ٱلْأَرْضِ وَٱبْتَغُوا۟ مِن فَضْلِ ٱللَّهِ وَٱذْكُرُوا۟ ٱللَّهَ كَثِيرًا لَّعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo salaatattiin xumuramte immoo dachii keessa faca'aa; tola Rabbii irraa barbaaddadhaa. baay'inaan Rabbiin faarsaa Akka milkooftaniif jecha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70