caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-An'aam, Verse 43

Mecca · revelation order 55 · 6:43

فَلَوْلَآ إِذْ جَآءَهُم بَأْسُنَا تَضَرَّعُوا۟ وَلَٰكِن قَسَتْ قُلُوبُهُمْ وَزَيَّنَ لَهُمُ ٱلشَّيْطَٰنُ مَا كَانُوا۟ يَعْمَلُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborMaaliif yeroo adabbiin keenya isaanitti dhufe (Rabbitti) hin watwaatin. Garuu onneewwan isaanii ni gogde. Sheyxaanni waan isaan dalagaa turan isaaniif miidhagse.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70