قَالُوٓا۟ إِنَّا كُنَّا قَبْلُ فِىٓ أَهْلِنَا مُشْفِقِينَ Oromo Translation - Gali AbaborNi jedhu: “Nuti kana dura maatii keenya keessatti (Rabbi irraa) sodaatoo turre.