يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ لَا تُحَرِّمُوا۟ طَيِّبَٰتِ مَآ أَحَلَّ ٱللَّهُ لَكُمْ وَلَا تَعْتَدُوٓا۟ إِنَّ ٱللَّهَ لَا يُحِبُّ ٱلْمُعْتَدِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborYaa warra amantan! gaggaarii waan Rabbiin isiniif hayyamee haraama hin taasisinaa. Daangaa hin dabrinaa; Dhugumatti, Rabbiin warra daangaa dabranu hin jaalatu.