وَكُلُوا۟ مِمَّا رَزَقَكُمُ ٱللَّهُ حَلَٰلًا طَيِّبًا وَٱتَّقُوا۟ ٱللَّهَ ٱلَّذِىٓ أَنتُم بِهِۦ مُؤْمِنُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborWaan Rabbiin isiniif hire irraa nyaadhaa, Halaalaafi gaarii haala ta’aniin. Rabbii Isa isin itti amantan sodaadhaa.