فَأَثَٰبَهُمُ ٱللَّهُ بِمَا قَالُوا۟ جَنَّٰتٍ تَجْرِى مِن تَحْتِهَا ٱلْأَنْهَٰرُ خَٰلِدِينَ فِيهَا وَذَٰلِكَ جَزَآءُ ٱلْمُحْسِنِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborSababaa waan isaan jedhaniitiin Rabbiin jannatoota laggeen ishee jala yaatu,isaan mindeesse, ishee keessatti hafoodha, Kuni mindaa warra tolchitootaati.