وَمَا لَنَا لَا نُؤْمِنُ بِٱللَّهِ وَمَا جَآءَنَا مِنَ ٱلْحَقِّ وَنَطْمَعُ أَن يُدْخِلَنَا رَبُّنَا مَعَ ٱلْقَوْمِ ٱلصَّٰلِحِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborSila maaltu nuuf jiraayyi Rabbiifi dhugaa irraa waan nutti bu’etti amanuu dhabna? Gooftaan keenya ummata gaggaarii wajjin nu seensisuus ni kajeella" (jedhu).