caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 73

Medina · revelation order 112 · 5:73

لَّقَدْ كَفَرَ ٱلَّذِينَ قَالُوٓا۟ إِنَّ ٱللَّهَ ثَالِثُ ثَلَٰثَةٍ وَمَا مِنْ إِلَٰهٍ إِلَّآ إِلَٰهٌ وَٰحِدٌ وَإِن لَّمْ يَنتَهُوا۟ عَمَّا يَقُولُونَ لَيَمَسَّنَّ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ مِنْهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan "Rabbiin sadaffaa sadeeniiti" jedhan dhugumatti kafaraniiru. Gabbaramaa tokkicha malee haqaan gabbaramaan biraa hin jiru. Yoo waan jedhan (kana) irraa hin dhorgamin, dhugumatti warra isaan irraa kafaran adabbii laalessaa ta’etu tuqa.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70