caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 71

Medina · revelation order 112 · 5:71

وَحَسِبُوٓا۟ أَلَّا تَكُونَ فِتْنَةٌ فَعَمُوا۟ وَصَمُّوا۟ ثُمَّ تَابَ ٱللَّهُ عَلَيْهِمْ ثُمَّ عَمُوا۟ وَصَمُّوا۟ كَثِيرٌ مِّنْهُمْ وَٱللَّهُ بَصِيرٌۢ بِمَا يَعْمَلُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborAdabbiin (mokkoraan) hin jirtuu yaadan. Kanaafuu jaamanii duudan, Ergasii Rabbiin tawbaa isaanii irraa qeebale, Ergasii irra hedduun isaanii jaamanii duudan. Rabbiin waan isaan dalagan argaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70