إِنَّ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَٱلَّذِينَ هَادُوا۟ وَٱلصَّٰبِـُٔونَ وَٱلنَّصَٰرَىٰ مَنْ ءَامَنَ بِٱللَّهِ وَٱلْيَوْمِ ٱلْـَٔاخِرِ وَعَمِلَ صَٰلِحًا فَلَا خَوْفٌ عَلَيْهِمْ وَلَا هُمْ يَحْزَنُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborIsaannan amanan, isaan yahuudoman, saabi’oonnii fi kiristaanonnis, namni Rabbiifi guyyaa Aakhiraatti amanee, gaggaarii dalage, isaan irra sodaan hin jiru; isaan hin gaddanis.