caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 67

Medina · revelation order 112 · 5:67

يَٰٓأَيُّهَا ٱلرَّسُولُ بَلِّغْ مَآ أُنزِلَ إِلَيْكَ مِن رَّبِّكَ وَإِن لَّمْ تَفْعَلْ فَمَا بَلَّغْتَ رِسَالَتَهُۥ وَٱللَّهُ يَعْصِمُكَ مِنَ ٱلنَّاسِ إِنَّ ٱللَّهَ لَا يَهْدِى ٱلْقَوْمَ ٱلْكَٰفِرِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborYaa Ergamichaa! Waan Gooftaa kee irraa sirratti buufame geessi. Yoo (kana) hin dalagin, ati ergaa Isaa hin geessifne. Rabbiin namoota irraa si eega. Dhugumatti, Rabbiin ummata kaafiraa hin qajeelchu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70