caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 64

Medina · revelation order 112 · 5:64

وَقَالَتِ ٱلْيَهُودُ يَدُ ٱللَّهِ مَغْلُولَةٌ غُلَّتْ أَيْدِيهِمْ وَلُعِنُوا۟ بِمَا قَالُوا۟ بَلْ يَدَاهُ مَبْسُوطَتَانِ يُنفِقُ كَيْفَ يَشَآءُ وَلَيَزِيدَنَّ كَثِيرًا مِّنْهُم مَّآ أُنزِلَ إِلَيْكَ مِن رَّبِّكَ طُغْيَٰنًا وَكُفْرًا وَأَلْقَيْنَا بَيْنَهُمُ ٱلْعَدَٰوَةَ وَٱلْبَغْضَآءَ إِلَىٰ يَوْمِ ٱلْقِيَٰمَةِ كُلَّمَآ أَوْقَدُوا۟ نَارًا لِّلْحَرْبِ أَطْفَأَهَا ٱللَّهُ وَيَسْعَوْنَ فِى ٱلْأَرْضِ فَسَادًا وَٱللَّهُ لَا يُحِبُّ ٱلْمُفْسِدِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborYahuudonni "harki Rabbii hidhamtuu dha" jette. Harkoowwan isaanii hidhamtee, waan jedhaniin abaaramaniiru, Lakki! Harki Isaa lamaan diriiroodha. Akka fedhetti kenna. Dhugumatti, irra hedduu isaaniitiif wanti Gooftaa kee irraa gara keetti buufame daangaa dabruufi kufrii dabala. Diinummaafi wal jibbaa hanga Guyyaa Qiyaamatti gidduu isaaniitti darbine. Dhawaata isaan ibidda lolaaf qabsiisaniin Rabbiin ishee dhaamsa. Isaan badii dachii keessa facaasuuf fiigu. Rabbiin badii hojjattoota hin jaalatu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70