caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 23

Medina · revelation order 112 · 5:23

قَالَ رَجُلَانِ مِنَ ٱلَّذِينَ يَخَافُونَ أَنْعَمَ ٱللَّهُ عَلَيْهِمَا ٱدْخُلُوا۟ عَلَيْهِمُ ٱلْبَابَ فَإِذَا دَخَلْتُمُوهُ فَإِنَّكُمْ غَٰلِبُونَ وَعَلَى ٱللَّهِ فَتَوَكَّلُوٓا۟ إِن كُنتُم مُّؤْمِنِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborNamoota (Rabbiin) sodaatan, kan Rabbiin ni’imaa Isaatiin isaan qanansiise irraa dhiirotiin lama ni jedhan: "balbala isaan irratti seenaa. Yeroo isa seentan isin injifattoota. Yoo mu’uminoota taataniif Rabbi qofarratti hirkadhaa."
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70