caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 101

Medina · revelation order 112 · 5:101

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ لَا تَسْـَٔلُوا۟ عَنْ أَشْيَآءَ إِن تُبْدَ لَكُمْ تَسُؤْكُمْ وَإِن تَسْـَٔلُوا۟ عَنْهَا حِينَ يُنَزَّلُ ٱلْقُرْءَانُ تُبْدَ لَكُمْ عَفَا ٱللَّهُ عَنْهَا وَٱللَّهُ غَفُورٌ حَلِيمٌ

Oromo Translation - Gali AbaborYaa warra amantan! waan yoo ifa isiniif taasifamte isin hammeessitu irraa hin gaafatinaa. Yoo yeroo Qur’aanni buufamu ishee irraa gaafattan, ifa isiniif taasifamti. Rabbiin ishee irra dabreera. Rabbiin araaramaa obsaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70