caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Fath, Verse 9

Medina · revelation order 111 · 48:9

لِّتُؤْمِنُوا۟ بِٱللَّهِ وَرَسُولِهِۦ وَتُعَزِّرُوهُ وَتُوَقِّرُوهُ وَتُسَبِّحُوهُ بُكْرَةً وَأَصِيلًا

Oromo Translation - Gali Ababor(Yaa Namootaa!) Akka isin Allaahfi ergamaa isaatti amantaniifi, isa guddiftanii, kabajjaniifi akkasumas ganamaafi galgala Isa faarsitaniif (isiniif ergine).
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70