caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Jaathiya, Verse 8

Mecca · revelation order 65 · 45:8

يَسْمَعُ ءَايَٰتِ ٱللَّهِ تُتْلَىٰ عَلَيْهِ ثُمَّ يُصِرُّ مُسْتَكْبِرًا كَأَن لَّمْ يَسْمَعْهَا فَبَشِّرْهُ بِعَذَابٍ أَلِيمٍ

Oromo Translation - Gali AbaborKeeyyattoota Rabbii kan isa irratti dubbifaman dhaga’aa; ergasii akka waan ishee hin dhaga’iniitti boona isaa itti fufa. adabbii laalessaan isa gammachiisi.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70