فَإِنَّمَا يَسَّرْنَٰهُ بِلِسَانِكَ لَعَلَّهُمْ يَتَذَكَّرُونَ Oromo Translation - Gali Ababorisa (Qur’aana) afaan keetiin laaffifne Akka gorfamaniif jacha.