فَدَعَا رَبَّهُۥٓ أَنَّ هَٰٓؤُلَآءِ قَوْمٌ مُّجْرِمُونَ Oromo Translation - Gali AbaborGooftaa isaa ni kadhate: “Isaan kun ummata yakkamtoota” (jedhe).