caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Ash-Shura, Verse 42

Mecca · revelation order 62 · 42:42

إِنَّمَا ٱلسَّبِيلُ عَلَى ٱلَّذِينَ يَظْلِمُونَ ٱلنَّاسَ وَيَبْغُونَ فِى ٱلْأَرْضِ بِغَيْرِ ٱلْحَقِّ أُو۟لَٰٓئِكَ لَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ

Oromo Translation - Gali AbaborKomiin kan jiru isaan namoota miidhanii, haqaan ala dachii keessatti daangaa dabran irratti. Isaan sun adabbii laalessaatu isaaniif jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70