وَمِنْ ءَايَٰتِهِۦ خَلْقُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ وَمَا بَثَّ فِيهِمَا مِن دَآبَّةٍ وَهُوَ عَلَىٰ جَمْعِهِمْ إِذَا يَشَآءُ قَدِيرٌ
Oromo Translation - Gali AbaborMallattooleewwan isaa irraayyi, Samiilee dechiifi lubbu qabeeyyii isaan lamaan keessa facaase uumuun. yeroo fedhetti walitti isaan qabuu irratti danda’aadha.