مَن كَانَ يُرِيدُ حَرْثَ ٱلْـَٔاخِرَةِ نَزِدْ لَهُۥ فِى حَرْثِهِۦ وَمَن كَانَ يُرِيدُ حَرْثَ ٱلدُّنْيَا نُؤْتِهِۦ مِنْهَا وَمَا لَهُۥ فِى ٱلْـَٔاخِرَةِ مِن نَّصِيبٍ
Oromo Translation - Gali AbaborNama mindaa Aakhiraa fedha ta’e mindaa isaa keessatti isaaf daballa. Nama mindaa addunyaa fedha ta’es ishee irraa isaaf kennina. Aakhiraatti immoo qoodni isaaf hin jiru.