وَقَالَ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ لَا تَسْمَعُوا۟ لِهَٰذَا ٱلْقُرْءَانِ وَٱلْغَوْا۟ فِيهِ لَعَلَّكُمْ تَغْلِبُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborIsaan kafaran “Qur’aana kana hin dhaga’inaa; (yeroo dubbifamu) isa keessatti wacaa akka injifattaniif ” jedhan.