فَٱصْبِرْ إِنَّ وَعْدَ ٱللَّهِ حَقٌّ فَإِمَّا نُرِيَنَّكَ بَعْضَ ٱلَّذِى نَعِدُهُمْ أَوْ نَتَوَفَّيَنَّكَ فَإِلَيْنَا يُرْجَعُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborObsi Dhugumatti, waadaan Rabbii dhugaadha. Yoo garii waan waadaa isaaniif gallee si agarsiifne (waa tole); yookiin yoo si ajjeefne, garuma keenya deebifamu.