caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Ghaafir, Verse 61

Mecca · revelation order 60 · 40:61

ٱللَّهُ ٱلَّذِى جَعَلَ لَكُمُ ٱلَّيْلَ لِتَسْكُنُوا۟ فِيهِ وَٱلنَّهَارَ مُبْصِرًا إِنَّ ٱللَّهَ لَذُو فَضْلٍ عَلَى ٱلنَّاسِ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ ٱلنَّاسِ لَا يَشْكُرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborRabbiin Isa halkan akka ishee keessa boqattaniif, guyyaa immoo garsiisaa (ibsaa) kan isiniif godhe. Dhugumatti, Rabbiin namoota irratti abbaa tolaati. Garuu irra hedduun namootaa hin galatoomfatanu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70