caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Ghaafir, Verse 60

Mecca · revelation order 60 · 40:60

وَقَالَ رَبُّكُمُ ٱدْعُونِىٓ أَسْتَجِبْ لَكُمْ إِنَّ ٱلَّذِينَ يَسْتَكْبِرُونَ عَنْ عِبَادَتِى سَيَدْخُلُونَ جَهَنَّمَ دَاخِرِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborGooftaan keessan ni jedhe: “Na kadhaa; isiniifiin awwaadhaa. Dhugumatti, isaan gabbartii tiyya irraa boonan, salphattoota ta’anii, jahannam seenuuf jiru.”
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70