كَذَّبَتْ قَبْلَهُمْ قَوْمُ نُوحٍ وَٱلْأَحْزَابُ مِنۢ بَعْدِهِمْ وَهَمَّتْ كُلُّ أُمَّةٍۭ بِرَسُولِهِمْ لِيَأْخُذُوهُ وَجَٰدَلُوا۟ بِٱلْبَٰطِلِ لِيُدْحِضُوا۟ بِهِ ٱلْحَقَّ فَأَخَذْتُهُمْ فَكَيْفَ كَانَ عِقَابِ
Oromo Translation - Gali AbaborIsaan dura ummanni Nuuhiifi gareewwan isaan boodaas sobsiisanii jiru. Ummanni hundi ergamaa isaanii qabuuf yaadaniiru. Sobaan falmanii dhugaa balleessufis yaalan. isaan qabe. adabbiin kiyya akkam ta’e laata!