وَيَٰقَوْمِ إِنِّىٓ أَخَافُ عَلَيْكُمْ يَوْمَ ٱلتَّنَادِ Oromo Translation - Gali AbaborYaa ummata kiyya! Ani (adabbii) guyyaa wal waamiinsaan isin irratti sodaadha.