caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Ghaafir, Verse 25

Mecca · revelation order 60 · 40:25

فَلَمَّا جَآءَهُم بِٱلْحَقِّ مِنْ عِندِنَا قَالُوا۟ ٱقْتُلُوٓا۟ أَبْنَآءَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ مَعَهُۥ وَٱسْتَحْيُوا۟ نِسَآءَهُمْ وَمَا كَيْدُ ٱلْكَٰفِرِينَ إِلَّا فِى ضَلَٰلٍ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo inni dhugaa Nu biraa ta’een isaanitti dhufe, ni jedhan: “ilmaan dhiiraa warra isaa waliin amananii ajjeesaa; dubartoota isaanii dhiisaa.” shirri kaafirootaa dhabama keessatti malee hin taane.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70