caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Ghaafir, Verse 16

Mecca · revelation order 60 · 40:16

يَوْمَ هُم بَٰرِزُونَ لَا يَخْفَىٰ عَلَى ٱللَّهِ مِنْهُمْ شَىْءٌ لِّمَنِ ٱلْمُلْكُ ٱلْيَوْمَ لِلَّهِ ٱلْوَٰحِدِ ٱلْقَهَّارِ

Oromo Translation - Gali AbaborGuyyaa isaan hundi mul'atan, isaanirraa homaatuu Rabbi irraa hin dhokatu. “Har’a mootummaan kan eenyuuti? Kan Rabbii tokkicha, hunda injifataa ta’eeti.” (jedhama).
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70