caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Ghaafir, Verse 15

Mecca · revelation order 60 · 40:15

رَفِيعُ ٱلدَّرَجَٰتِ ذُو ٱلْعَرْشِ يُلْقِى ٱلرُّوحَ مِنْ أَمْرِهِۦ عَلَىٰ مَن يَشَآءُ مِنْ عِبَادِهِۦ لِيُنذِرَ يَوْمَ ٱلتَّلَاقِ

Oromo Translation - Gali Ababor(Rabbiin Isa) sadarkaa ol fuudhu; dhuunfataa ‘Arshiiti.’ wahyii ajaja Isaa irraa ta’e gabroota Isaa gidduu nama fedhe irratti buusa. Akka guyyaa wal qunnamtii akeekkachiisuuf.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70