caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Ghaafir, Verse 11

Mecca · revelation order 60 · 40:11

قَالُوا۟ رَبَّنَآ أَمَتَّنَا ٱثْنَتَيْنِ وَأَحْيَيْتَنَا ٱثْنَتَيْنِ فَٱعْتَرَفْنَا بِذُنُوبِنَا فَهَلْ إِلَىٰ خُرُوجٍ مِّن سَبِيلٍ

Oromo Translation - Gali AbaborNi jedhan: “yaa Gooftaa keenya! Yeroo lama nu ajjeefteeti yeroo lama nu jiraachifte. Amma balleessaalee keenya fudhanneerraa, karaan (rakkoo hamaa kana irraa) ittiin baanu wahii jiraa?”
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70