إِنَّ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ يُنَادَوْنَ لَمَقْتُ ٱللَّهِ أَكْبَرُ مِن مَّقْتِكُمْ أَنفُسَكُمْ إِذْ تُدْعَوْنَ إِلَى ٱلْإِيمَٰنِ فَتَكْفُرُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborWarri kafaran itti lallabama “jibbaa Rabbii, kan yeroo gara iimaanaa waamamtanii isin kafartan (Inni isin jibbutu) jibbaa mataa keessanii (kan har’a of jibbitan) irra guddaadha”. jechuun itti lallabama.