caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 72

Medina · revelation order 92 · 4:72

وَإِنَّ مِنكُمْ لَمَن لَّيُبَطِّئَنَّ فَإِنْ أَصَٰبَتْكُم مُّصِيبَةٌ قَالَ قَدْ أَنْعَمَ ٱللَّهُ عَلَىَّ إِذْ لَمْ أَكُن مَّعَهُمْ شَهِيدًا

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, isin irraa nama (duula irraa) duubatti jedhutu jira. Kanaaf yoo balaan wahii isin tuqxe “Dhugumatti, Rabbiin na qananiisee jira. yeroo akka ani isaan waliin (duula irratti) argamu hin taasisin " jedha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70