أُو۟لَٰٓئِكَ ٱلَّذِينَ يَعْلَمُ ٱللَّهُ مَا فِى قُلُوبِهِمْ فَأَعْرِضْ عَنْهُمْ وَعِظْهُمْ وَقُل لَّهُمْ فِىٓ أَنفُسِهِمْ قَوْلًۢا بَلِيغًا
Oromo Translation - Gali AbaborIsaan warra waan onneewwan isaanii keessa jiru Rabbiin beekuudha.Isaan irraa gara gali. Isaan gorsi. Jecha hoonga gahaa lubbuu isaanii keessatti isaaniin jedhi.