caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 37

Medina · revelation order 92 · 4:37

ٱلَّذِينَ يَبْخَلُونَ وَيَأْمُرُونَ ٱلنَّاسَ بِٱلْبُخْلِ وَيَكْتُمُونَ مَآ ءَاتَىٰهُمُ ٱللَّهُ مِن فَضْلِهِۦ وَأَعْتَدْنَا لِلْكَٰفِرِينَ عَذَابًا مُّهِينًا

Oromo Translation - Gali AbaborIsaannan donnoomanii, namootas donnummatti ajajaniifi waan Rabbiin tola Isaa irraa isaaniif kenne dhoksan (hin jaalatu). Kaafirootaaf adabbii salphisaa qopheessinee jirra.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70