لَّٰكِنِ ٱللَّهُ يَشْهَدُ بِمَآ أَنزَلَ إِلَيْكَ أَنزَلَهُۥ بِعِلْمِهِۦ وَٱلْمَلَٰٓئِكَةُ يَشْهَدُونَ وَكَفَىٰ بِٱللَّهِ شَهِيدًا
Oromo Translation - Gali AbaborGaruu Rabbiin waan gara keetti buuse irratti ragaa ba’a, Beekumsa Isaatiin isa buuse, Malaa’ikoonnis ragaa ba’u, Ragaadhaaf Rabbiin ga’aadha.